Batu post

Batu post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Batu post, Grocers, Batu, Ziway.

29/08/2026
17/08/2026
17/08/2026

ኢትዮጵያን ከወጣቶቿ ነጥሎ ማየት አይቻልም!

የህዝባችን የእድሜ ስብጥር እንደሚያመላክተው ወጣቶች ከፍተኛውን ቁጥር መያዛቸው፣ ብልጽግናን ለማረጋገጥና ለማፅናትም ታላቅ እድል ነው።

‎የኢትዮጵያ ወጣት መልካም ዓላማን አንግቦ የሚንቀሳቀስ፣ የለውጥ ዋነኛ ሞተርና የሉዓላዊነታችን ጽኑ ማገር ነው! የኢትዮጵያ ወጣት የሀገሩን ታሪክ በአዲስ ብዕርና ብራና እየጻፈ ይገኛል። ሀገራችንን የኋሊት ጠፍንገው የያዟትን አጓጉል ልማዶች፣ አላስፈላጊ ንትርኮች፣ ጭቅጭቅ እና ግጭቶች በመራቅ የአሁን ወጣት በልማት ላይ አተኩሯል፣ ድህነትን ተጠይፏል።

የመደመር መንግሥት የወጣቶችን ሁለንተናዊ ተጠቃሚነትና የአመራርነት ሚና ለማጠናከር በትኩረትና በቁርጠኝነት እየሰራ ይገኛል።

‎ሀገራዊ ርዕያችንን ዕውን ለማድረግ ሁላችሁም በንቃት እየተጋን፣ በፍቅር እንድንመላለስ ጥሪዬን አቀርባለሁ።

Itoophiyaa dargaggoota ishiirraa adda baasanii ilaaluun hin danda'amu!

Akka umuriin uummata keenyaa mul'isutti dargaggoonni lakkoofsa olaanaa qabachuunsaanii badhaadhina mirkaneessuufi itichuuf carraa guddaadha.

Dargaggoon Itoophiyaa kaayyoo gaarii qabatee kan socho'u, mootora jijjiiramaa adda dureefi dagalee cimaa birmadummaa keenyaati! Dargaggoon Itoophiyaa seenaa biyyasaa qalamaafi waraqaa haaraadhaan barreessaa jira. Dargaggoon ammaa barmaatilee yaraa, walfalmii barbaachisaa hin taane, atakaroofi walittibu'insota biyya keenya takaalanii hidhan irraa fagaachuudhaan misooma irratti xiyyeeffateera; hiyyummaa jibbeera.

Mootummaan Ida'amuu fayyadamtummaa dargaggootaa gama hundaafi gahee gaggeessitummaa isaanii cimsuuf dhimmamee hojjetaa jira.

Mul'ata biyyaalessaa dhugoomsuuf hundi keenyayyuu dammaqinaan cimnee hojjechaa jaalalaan akka deddeebinun waamichakoo dhiyeessa.

𝐒𝐡𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚: 𝐎𝐦𝐢𝐬𝐡𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐚𝐠𝐝𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐦𝐚’𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!"Yeroo dhihoo keessatti, ‘Hobe Tea’, ‘Chora Tea’...
12/08/2026

𝐒𝐡𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚: 𝐎𝐦𝐢𝐬𝐡𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐚𝐠𝐝𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐦𝐚’𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!

"Yeroo dhihoo keessatti, ‘Hobe Tea’, ‘Chora Tea’ fi ‘Gefere Tea’ maqaa kilaastaroota shaayii Oromiyaa irraa maddan ta’anii gabaa idil-addunyaa irratti muldhachuu jalqabu." Obbo Shimallis Abdiisaa

𝐒𝐡𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚: 𝐎𝐦𝐢𝐬𝐡𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐚𝐠𝐝𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐦𝐚’𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!"Inisheetivii Shayii Oromiyaatiin baala qofa oso...
12/08/2026

𝐒𝐡𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚: 𝐎𝐦𝐢𝐬𝐡𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐚𝐠𝐝𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐦𝐚’𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!
"Inisheetivii Shayii Oromiyaatiin baala qofa osoo hintaane, humna dinagdee haaraa biqilchaa jirra!" Obbo Shimallis Abdiisaa

12/08/2026

𝐒𝐡𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚: 𝐎𝐦𝐢𝐬𝐡𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐚𝐠𝐝𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐦𝐚’𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!

"Inisheetiviin Shayii waa’ee baala tokkoo osoo hintaane waa’ee jijjiirama sirna dinagdee baadiyyaati." Obbo Shimallis Abdiisaa

Address

Batu
Ziway

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Batu post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category