06/19/2026
Guyyaan Kuunnoo Jechaa Turre Kunooti!
Ummata Muslimaa Magaalaa Makkaa fi Naannoo ishee jirtan hundaaf affeerraa kabajaa fi seena-qabeessa!
Magaalaan Makkaa Sagantaa Simannaa Addaa fi Miidhagaa Obboleessa keenya kabajamaa Ustaaz Imraan Xaahir simachuuf qophii ishee xumurtee jirti. Sagantaa kana irratti keessummoonni kabajaa biyya keessaa fi alaa hedduun ni argamu.
📌 Sagantaa Simannaa Kabajaa
📅 Guyyaa: Muharram 10/1447 (Waxabajjii/June 25, 2026)
🏢 Bakka: Galma Sharaayaa Mujaahidiinaa (مخطط الشرائع)
👥 Keessummaa Kabajaa: Ustaaz Imraan Xaahir.
✉️ Affeerraa Kabajaa:
Maatii, firoottan fi hiriyoota keessan qabattanii dhuftanii dhangaa sagantaa seena-qabeessa kanaa akka nuun waliin qooddattan kabajaan affeeramtaniittu.