Miila Bakar

Miila Bakar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Miila Bakar, Grocers, Dubai.

 !Hirkattummaa Irraa Gara Oomishtummaatti _______Hirkattummaa fi kadhaan qaanii ta'uu isaa qixaan hubachuudhaan fayyadam...
18/05/2026

!
Hirkattummaa Irraa Gara Oomishtummaatti
_______
Hirkattummaa fi kadhaan qaanii ta'uu isaa qixaan hubachuudhaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf xiiqiin hojjachuu irratti kan argamu Paartiin Badhaadhinaa sagantaa diinagdee dam-daneessa bocee hojiirra oolchuudhaan bu'a qabeessummaa isaatiif tattaafachaa jira.Gama kanaan carraawwan misoomuu qabnu hunda fayyadamuuf tattaaffii godhamaa jiruun galmoonni sagantaa dinagee qabaman dhugoomaa jru.


Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti Kilaastara Bishingaa Shanyii filatamaa Gandoota Aanichaa keessatti misoomaa jiru.

Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti.

KAADHIMAMTOOTA BADHAADHINAA HAA BARRU Godina Hararghee BahaaNaannoo Filannoo BokkooFilannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa Kaad...
07/05/2026

KAADHIMAMTOOTA BADHAADHINAA HAA BARRU
Godina Hararghee Bahaa
Naannoo Filannoo Bokkoo

Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa
Kaadhimamtoota Paartiin Badhaadhinaa Mana Marii Bakka Bu'oota Ummataa fi Caffeedhaaf Dhiyeesse

Address

Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miila Bakar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category