Oro machester ciiti

Oro machester ciiti Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oro machester ciiti, Grocers, Samuelbona555. dot, com, Orom.

17/10/2025

Tilmaamaa Badhaafamaa! Nama 3 Warra dursanii Tilmaama Sirrii Argatan Badhaafna ×3

ODAA ELECTRONICS Meeshalee Amanamoo Qulqullina qaban/Original fi Wabii Waggaa 1 qaban Gatii madaalawaan Qabatee Jira; Bakka Jirtanittis Ajajachuu dandeessu:
💻Laptoppota ✔️Hp ✔️Dell Lenovo
📱Bilbiloota ✔️iPhone Samsung Tecno
🖥Destooppota ✔️Dell ✔️Hp✔️Lenovo
🖨Piriinteroota fi kkf Gatii Madaalawaan Qabna
📞0911430007 📲 0917716557
Argama!/Address
1) Finfinnee Boolee, GAMOO OROMIYAA darbii 1ffaa S-08
2) Jimmaa GAMOO AWASH darbii 1ffaa Lak 122
3) Shashamannee APPOSTO GAMOO BEEKERAA
4) Shaambuu Mana Suuraa Gadaa Cina!
Ajajachuuf 🫴odaatrading.com

0911 430 007

Gatii 🫴Odaatrading.com
.
R Bony AG Magarsaa Doorii
Aliyi Mohammedin Muktar Oro Magee Buree
Teferi Regasa
Rache Tesfaye
Gospel Singer Solomon Adugna
Dr Nafyad Getu
Amena Teferi
@ Comedian Buzex Boharsa
Filfee Shōw

Odaa Electronics

29/08/2025

.
♥TILMAAMAA BADHAAFAMAA
========================
➡Pirimer Liigii Englandiin taphni cimaan torbee kanaa dilbata Anfilditti Liiverpuuliifi Arsenaal walitti fidu Galchii meeqaaf meeqaan olaantummaa garee kamiin goolabama?


↘Maxxansa Kana Gochuu Qofa.
↘Tilmaama Edit Gochuun Dhoorkaadha.

26/06/2025

Goaal city duratti 💪

07/04/2025

.
✍️TILMAAMAA BADHAAFAMAA
============================
🎯Shaampiyoonsi liigii Awrooppaatiin Taphni boru galgala Arsenaal dirree isaa emirate irratti Real madrid keessummeessu Olaantummaa garee kamii Meeqaaf meeqaan goolabama? Tilmaama kennaa badhaafamaa Carraa gaarii hunda keessaniifuu.

🎯Arsenal vs Real Madrid
🔵Emirate.

↘Maxxansa kana gochuu qofa.

Namnii kana hin beenne deggeraa miti na deebisa
24/11/2023

Namnii kana hin beenne deggeraa miti na deebisa

Luwiis Diyaaz Kolombiyaatti abbaa isaa waliin deebi'ee wal argan.  ❤️🇨🇴Habbaan ofi milkaa,Ina ofiif barbachisaadha wan t...
14/11/2023

Luwiis Diyaaz Kolombiyaatti abbaa isaa waliin deebi'ee wal argan. ❤️🇨🇴
Habbaan ofi milkaa,Ina ofiif barbachisaadha wan ta,ef me Baga gammadde jedhani

Homa miti Garuu
12/11/2023

Homa miti Garuu

12/11/2023
Gaardiyoolaan Siitiin taphataa kilabii tokkotti gurguruu dhabuu fi dhiisuu isaa irratti: "Gonkumaa, yoomiyyuu.... Kana j...
12/11/2023

Gaardiyoolaan Siitiin taphataa kilabii tokkotti gurguruu dhabuu fi dhiisuu isaa irratti: "Gonkumaa, yoomiyyuu.... Kana jechuun kilabii xiqqaadha jechuudha jedheen yaada. Kilaboonni gurguddoon waan ta'uuf sodaa hin qabaatan turan".

"Taphataan tokko gara Cheelsii, ykn Yunaayitid, ykn Liivarpuul deemuu yoo barbaade rakkoon maali?".

Antyoni
09/11/2023

Antyoni

Xapa kaleessa Bournemouth waliin tasiisan irratti midhama xiinno mudate jedhanii maddonni tokko tokko gabaasa turan garu...
06/11/2023

Xapa kaleessa Bournemouth waliin tasiisan irratti midhama xiinno mudate jedhanii maddonni tokko tokko gabaasa turan garuu hamma xaba bor galgala young boys walin qaban irratti qoppidha

Just In: Bayern Munchen taphataa sarara gidduu lammii Jarmanii Jamaal Musiala (20) jijjiirraa £120M akka gaafatu Maanchi...
02/11/2023

Just In: Bayern Munchen taphataa sarara gidduu lammii Jarmanii Jamaal Musiala (20) jijjiirraa £120M akka gaafatu Maanchistar Siitii beeksise

Address

Samuelbona555. Dot, Com
Orom

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro machester ciiti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category