Bara haraa sammuu dhiqamtee

Bara haraa sammuu dhiqamtee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bara haraa sammuu dhiqamtee, Grocers, adaama, Adama.

Mucaa kana waan dandeenyuun haa gargaarru!🤝​Obboleessi keenya kun Ibsaa Mohammed jedhama. Yuunivarsiitii Madda Walaabuut...
31/05/2026

Mucaa kana waan dandeenyuun haa gargaarru!🤝
​Obboleessi keenya kun Ibsaa Mohammed jedhama. Yuunivarsiitii Madda Walaabuutti barataa waggaa 3ffaa yoo ta’u, muummee Statistics barachaa jira.

​Haa ta’u malee, sababa rakkoo dinagde jecha barumsa isaa addaan kutuuf dirqamaa jira. Maaloo, barataa dandeettii fi abdii boruu qabu kana cinaa haa dhaabbannu!

​Arra nuti qarshii 50 ykn 100 gumaachun isaa bira yoo dhabanne, gaafa inni bakka guddaa gahe namni akka keenyatti gammadu hin jiru. Yoo arra dhiifne garuu, boru bakka gahuu danda'u san osoo hin gahin hafa.

Wal gargaaruun aadaa fi miidhagina keenya waan taheef, waan dandeessan maraan akka bira dhaabbattan kabajaa, jaalala isiin hubachiisuun barbaada.
Warrii jajjabeessaa, gargaara jirtan marti keessan Galatooma 😊

​🏦 CBO: 1006800008807

📱 E-Birr: 0943503172

👤 Maqaa: Ibsaa Mohammad
gochuun nu gargaaraa!

:
08/05/2026

:

01/05/2026


08/04/2026

Hiigaa awoo 🤣🤣🤣
07/04/2026

Hiigaa awoo 🤣🤣🤣

Address

Adaama
Adama
148809

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bara haraa sammuu dhiqamtee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bara haraa sammuu dhiqamtee:

Share

Category