Qayyee Teenna

Qayyee Teenna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qayyee Teenna, Grocers, Addis Abeba, Addis Ababa.

ህወሓት ለራሱ መች በቅቶ ነው ለአልቡርሀን የታጣቂ ድጋፍ የሚያደርገው?ፅንፈኛው የህወሓት ቡድን ለራሱ መቆም አቅቶት እየተንገዳገደ በገንዘብ ለአልቡርሀን የሸጣቸው የትግራይ ወጣቶች በተደጋጋሚ ...
13/08/2026

ህወሓት ለራሱ መች በቅቶ ነው ለአልቡርሀን የታጣቂ ድጋፍ የሚያደርገው?

ፅንፈኛው የህወሓት ቡድን ለራሱ መቆም አቅቶት እየተንገዳገደ በገንዘብ ለአልቡርሀን የሸጣቸው የትግራይ ወጣቶች በተደጋጋሚ ጊዜ የፈጥኖ ደራሹ ሀይል በሚወስደው እርምጃ እያለቁ ነው፡፡ የ70 መሪዎች ከአንድ ወር በፊት ሁሉም ስለመሞታቸው እናውቃለን፡፡ ዛሬም እንደዚሁ የፈጥኖ ደራሹ ሀይል የኩርሙክ ከተማን መልሶ በተቆጣጠረበት ጦርነት የህወሓት ታጣቂ በሙሉ አልቋል፡፡ ድሮ ለራሱ መች በአንድ እግሩ ቆሞ ነው ለሌላው ጥብቅና የሚቆመው?

ODEEFFANNOO ADDAA!Jaal Fandisheedhaan hidhamuun Jaal Moo’ii Zoonii Lixaatti goolii haaraa kaasuuf jira!Gareen Shanee ofi...
08/08/2026

ODEEFFANNOO ADDAA!

Jaal Fandisheedhaan hidhamuun Jaal Moo’ii Zoonii Lixaatti goolii haaraa kaasuuf jira!

Gareen Shanee ofii isaa zoonii Lixaa jechuun waamu hunkurama keessa kan ture yemmuu ta’u sababa ilaalcha gandummaafi ana maleetiin hedduun galafatamuu akkasumas baay’een garicha irraa dhiibamuun diigamuu garichaaf sababa olaanaa ta’eera. Yeroo dhiyoo kana ajaja Jaal Abbaaseefi Jaal Kaayyootiin gara Iluu Abbaa Boora garee Fandisheetti kan ergame Jaal Moo’iin hidhannoo hiikkatee hidhamuun isaa barameera. Gareen Fandishee hidhamuu Jaal Moo’iif sababa dhiyeessaa kan jiran yoo ta’u innis ajajaafi beekamtii keenya malee Jaal Moo’iin hannaafi saamicha raawwachaa waan jiruuf too’anne kan jedhu sababa quubsaa hin taanefi sobaa ta’e dhiyeessaa jiru.

Kunis garee Jaal Abbaaseenaafi garee Fandishee gidduutti muddamsuun akka uumamu kan godhe yoo ta’u Jaal Moo’ii hiikuun bakka hin deebistan taanan isinis baduun keessan hin oolu jechuun Jaal Abbaaseenaafi Kaayyoon Fandishee akeekkachiisaa jiraachuu isaanii odeeffannoon gola garichaatii miliqee bahe ni mul’isa. Haa ta’u malee hanga ammaatti Jaal Moo’iin bakka tooa’atamee kan gadi hin dhiifamne yoo ta’u iddoo isaatti Jaal Abdii hoogganaa birgeedii ta’uun tajaajilaa jiraachuu odeeffannoon miliqee bahe ni mul’isa.

Goolamni haaran Zoonii Lixaatti bifa haaran eegaluuf fiixee irra gaheera!

ሰበር መረጃ የጎንደር ፋኖ መሪ የሆነው ሻምበል ሙሉሰው ወደሰላም ጉዞ ጀምሯል!ከሀብቴ ወልዴ ፋኖ ጋር ጋር ግጭት ውስጥ ገብቶ የቆየው ሻምበል ሙሉሰው ወደሰላም ለመምጣት ወደመከላከያ አማላጅ መ...
06/08/2026

ሰበር መረጃ
የጎንደር ፋኖ መሪ የሆነው ሻምበል ሙሉሰው ወደሰላም ጉዞ ጀምሯል!

ከሀብቴ ወልዴ ፋኖ ጋር ጋር ግጭት ውስጥ ገብቶ የቆየው ሻምበል ሙሉሰው ወደሰላም ለመምጣት ወደመከላከያ አማላጅ መላኩን የሚደርሱን መረጃዎች ይጠቁማሉ፡፡ ሻምበል ሙሉሰው ባሻ፣ ማንደፍሮ እና ዮናስ ከሚባሉት ጓደኖቹ ጋር በመሆን ወደሰላም ለመምጣት እና ከወልቃይት ዘብ ጋር በመሆን ፅንፈኛውን የህወሓት ቡድን ለመጥረግ መወሰኑንም እጃችን የገባው መረጃ ያመላክታል፡፡ እንደሚታወቀው ሻምበል ሙሉሰው እንዲገደል ሀብቴ እና ደረጀ በላይ ብዛት ያለውን ታጣቂ አዝምተው ይገኛሉ፡፡ ይህን ተከትሎ እራሱን ሲከላከል የቆየው ሻምበል ሙሉሰው በመጨረሻም ጓደኞቹን አስከትሎ ወደሰላም ጉዞ ጀምሯል፡፡ ለራሱን ሆነ ለአማራ ህዝብ የሚበጀውን መንገድ መርጧል፡፡

ODEEFFANNOO ADDAA!Jaal Xiiqaan hoogganoota biroo qabatee harka kennachuuf sochii eegaleera!Gareen Shanee Shawaa Kaabaa k...
05/08/2026

ODEEFFANNOO ADDAA!

Jaal Xiiqaan hoogganoota biroo qabatee harka kennachuuf sochii eegaleera!

Gareen Shanee Shawaa Kaabaa keessa sochii gochuun hannaafi saamicha raawwachaa ture yeroo ammaa hunkurama hamaa keessa galuun gareen wal qoodee walitti ka’uun dhabama wal gochaa jira. Hoogganoonni garichaa hedduun ajaja Jaal Abdii fudhachuu diduudhaan qabaa gadi na dhiisaa jechaa kan jiran yoo ta’u Jaal Abdiinis haalichaan rifaatuu hamaa keessa galeera. Kanarraa ka’uun hooggansi ajaja koo hin fudhanne bakka jirutti haa qabamu jechuun ajaja kan baase Abdiin Jaal Barii hidhannoo hiikkachisuun akka hidhamu godhameera. Akkuma Jaal Barii hoogganaan garee Birbirsa Gooroo kan ta’e Jaal Xiiqaanis akka qabamuuf ajajni darbeera. Haa ta’u malee Jaal Xiiqaan shira Jaal Abdiifi jaleewwan isaa kanaan hidhamuurra jechuun garee isa jalaa qabatee karaa nagaa galuuf dhoksaan sochii eegaluu isaa odeeffannoon garicha gidduudhaa miliqee bahe ni mul’isa.

Haaluma kanaan Jaal Xiiqaan hoogganoota akka Jaal Cirrachaa, Bilisummaa, Hundee, Tokkeefi kkf amansiisuun hidhattoota qabatee galuuf sochii eegaleera. Haalichaan rifaatuu keessa kan gale gareen Jaal Abdii gama Jaal Booree Lammiitiin akka garichi hin bittinnoofneef jecha shira xaxaa jiraachuu odeeffannoon miliqee bahe ni agarsiisa. Kanaanis hidhamee kan jiru Jaal Bariin akka hoogganoonnifi hidhattoonni garichaa kunneen hin bittinnoofneef bakkuma hidhame taa’ee irratti hojjetu gama Jaal Booreefi Jaal Biiftuun ergamni itti kennameera.

Golli garichaa akkan diigamee baduuf fiixee irra gaheera!

05/08/2026
Oduu Amme!Laga Mogoritti dhukaasni hamaan eegalee jira!Godina Shawaa lixaa Aanaa Kaachis keessa kan socho’u Birgeediin R...
05/08/2026

Oduu Amme!
Laga Mogoritti dhukaasni hamaan eegalee jira!

Godina Shawaa lixaa Aanaa Kaachis keessa kan socho’u Birgeediin Risaa laga Mogor dhukaasa hamaa walirratti banuun daaraa botoroo walgochaa jira. Gurmii shanee keessatti waldhaggeettiifi walamantaan erga bade kan ture yoo ta’u, amma ammo bifa hoo’aa ta’een walhaleeluu jalqabanii jiru. Keessumaa gandummaan fi faayidaa mataa isaanii giddugaleessa godhachuun kan waldhahu gurmiin kun ammas laga Mogor keessatti Birgeediin Risaa haaluma kana keessatti argama. Gurmiin kun gurmii baduuf fiixeerra geesseedha gaafa jennus sababootafi haalota akkanaa kan garecha keessatti mudachaa jiru bu’uura godhanneeti.

Address

Addis Abeba
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qayyee Teenna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category