Caalaa Carcarr-CC

Caalaa Carcarr-CC My ATTITUDE IS MY STYLE! π‡π€π‚π‡π€π‹π”β™«πŸ’”πŸ₯² I am also not always Caalaa who loves good music u wanna see me doing short stint as a rapper and street dancer.

https://www.tiktok.com/

https://www.instagram.com/caalaa_carcar
𝐈𝐟 u π‚πšπ§'𝐭 manage ur π…π€πŒπ„ it turns into 𝐅𝐋𝐀𝐄 πŸ”₯ don't burn ursef! 𝐈 𝐀𝐦 not here for ππ€πŒπ„ 𝐨𝐫 π…π€πŒπ„! If u are looking for Caalaa in jail, or hospital or other place, u may not find me besides in Ethiopia oromiyaa balloo, at caffee gadaa band. My combination of trust in good, my passion for music, and my gifted skill h

elped me to take a challenge. To be who am I today by almighty willing and his purpose. that’s why every day I wake up β€œI say my god I trust u today”. no mater what may come my way . Things do happen for the reason:

17/06/2026




BILIQQISEESaamii TashoomaaDIRECTOR Alex JimaPRODUCTION One Day F...

Yeroo tokko tokkoo waan bayy'ee obsitee waan Xiqqoon obsaa dhabdaa osoo itti yaadanii Rakkinnii qoromsii kan kaleessaa h...
16/06/2026

Yeroo tokko tokkoo waan bayy'ee obsitee waan Xiqqoon obsaa dhabdaa osoo itti yaadanii Rakkinnii qoromsii kan kaleessaa hin caalu inni kaleessaa keessa si dabarsee har'aas innumaa si ceesisaa turee
Yeroo firii dadhabii keeti itti nyaatutti
Yeroo itti boqonnaa fudhatutti yeroo itti ija kee ijaan arguuf hawwitte arguuf jirutti
Boqaachuun kee bayy'ee na gaddisisee

Si qeequun keenyas jibbaa hin tureeπŸ’”
Gaafa lubbuun jirtuu si hubachuu dhabuun keenyan bayy'ees garaa nuu nyaate dhiifamaa😭

Meejar Jeneraal Teshoome Gammachuu Daarektara ol’aanaa Hariiroo Idil Addunyaa fi Tumsa Waraanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa It...
16/06/2026

Meejar Jeneraal Teshoome Gammachuu Daarektara ol’aanaa Hariiroo Idil Addunyaa fi Tumsa Waraanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa (ENDF)ti.

Jabaan Oromoo fi biyyaa diinota seenaa warra kaabaa yaaddesse kun wayta ammaa Dippilomaasii waraanaa alaa Itoophiyaa fi qindoomina nagaa eegsisuu hogganaa jira.

Dirqamni ulfaatan NDF inni ijoon birmadummaa fi Abbaa biyyummaa eeguu dha.

16/06/2026

Magaalaa Maqaa dha'uu hinfeene wa'iittii kantiiban foul hojjate. Achumaan waajjira bulchiinsa fi paartii irraa dhufanii qorannoof kantiibicha fudhatanii deeman. Haga kantiibaa haaraa finnutti ati bakka bu'i jedhanii nama tokko sa'aatii 3:00 irratti bakka buusanii deeman. Kantiibaa duraa gamaggamanii sa'aatii 9:00 irratti xalayaa akeekkachiisa xumuraa kennaniifi biirootti deebisan. Yoo biirootti deebi'uu gurbaan ganama sa'aati 3:00tti bakka buusanii deeman Bajaajii bitatee eege.
Maal qaba osoo haguma sa'aatii 11:00 eegee konkolaataa takka bitatee aangoo gadi dhiisee? 😁
Hundaafuu kantiibaa sa'aati 6:00 hoogganee bajaajii takka bitatee aangoo gadi dhiise ta'ee galmaa'eera πŸ˜ƒ
Via urgeessaa Tuujoo

Abbaan Gadaa Oromoo Ituu duraanii, kan tuuta Horataa Mohammed Ahmad Bookee hancufa liqimsanii jiru. Hayyuun kun sirna Ga...
16/06/2026

Abbaan Gadaa Oromoo Ituu duraanii, kan tuuta Horataa Mohammed Ahmad Bookee hancufa liqimsanii jiru. Hayyuun kun sirna Gadaa bararanii deebisanii jabeessuu keessatti shoora guddaa tapahatan. Dhaloonni keenya beekkomsa aadaafi duudhaa isaa horatee, sirna Gadaa akka jabeeffatuuf umrii isaanii guutuu hojjatan. Rabbi Jannataan Haa qananiisu. Maatii isaaniifi ummata keenya cufaan Rabbi isin haa jajjabeessu jedha.

Namoonni odeeffannoo saree kanaa Maqaa isaa guutuu fi eddoo joreenya isaa beektan oduu nuuf kennaa   dhiyaachuu qabaπŸ˜‹
15/06/2026

Namoonni odeeffannoo saree kanaa Maqaa isaa guutuu fi eddoo joreenya isaa beektan oduu nuuf kennaa
dhiyaachuu qabaπŸ˜‹

Address

78, Rwanda Street & Washington
Addis Ababa
1230

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Carcarr-CC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share