Goota Baddaa Salaalee

Goota Baddaa Salaalee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Goota Baddaa Salaalee, Grocers, Addis Ababa.

27/08/2026
Shaneen faannoo waliin taโ€™ee Uummata Oromoo Dararaa jira!!
27/08/2026

Shaneen faannoo waliin taโ€™ee Uummata
Oromoo Dararaa jira!!

Gareen Shanee dantaa dhuumfaafi siyaasaatiif jecha qotee bulaa fi barataa Oromoo dabalatee uummata nagaa irratti miidhaa...
27/08/2026

Gareen Shanee dantaa dhuumfaafi siyaasaatiif jecha qotee bulaa fi barataa Oromoo dabalatee uummata nagaa irratti miidhaa hamaa geessisaa, akkasumas Faannoo waliin walta'iinsan nagaa booressuun jireenya hawaasaa sodaa fi hiyyummaaf saaxilaa jira; Hammeenya humnoota badii kanaa guutummaatti fashaleessuuf tokkummaa fi cichoomina uummataa akkasumas qindoomina qaamolee nageenyaa cimsanii itti fufuu qaba.

19/08/2026
11/08/2026

๐’๐ก๐š๐ฒ๐ข๐ข ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š: ๐Ž๐ฆ๐ข๐ฌ๐ก๐š ๐๐จ๐ง๐ง๐š๐š ๐ˆ๐ซ๐ซ๐š๐š ๐†๐š๐ซ๐š ๐‡๐ฎ๐ฆ๐ง๐š ๐ƒ๐ข๐ง๐š๐ ๐๐ž๐ž ๐“๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฆ๐šโ€™๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข!

"Qabeenya qabaachuu qofti badhaadhina hinmirkaneessu. Gara humna dinagdee qabatamaatti jijjiiruuf ogummaa, dhaweessummaa, sirna deeggarsaa โ€”teknoolojii, faayinaansii, invastimantii, sona dabalataa fi hidhata gabaaโ€” akkasumas cancala sonaa cimaa barbaada. Inisheetiviin Shayii Oromiyaa, tarkaanfiilee yaada kana guutummaan hojiirra oolchuuf fudhatamaa jiran keessaa isa adda dureedha."

Obbo Shimallis Abdiisaa

10/08/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Goota Baddaa Salaalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category