26/04/2025
Carraa Darggaggootaaf ‼️
🇪🇹====🇪🇹=====🇪🇹
👉Ministeerri 𝗥𝗜𝗕 Dargaggoota Ulaagaa Guutan 𝗜𝗱𝗶𝗹𝗲𝗲 fi 𝗢𝗴𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 G𝗮𝗿𝗮𝗮𝗴𝗮𝗿𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗻 Leenjisee Hojiitti Galchuu Barbaada Kanaaf;
🇪🇹➡️1. Galmee Iddillee tiif
🇪🇹➡️2. Ogummaa Garagaraa Kanneen Akka:-⤵️
🇪🇹 Ogeessa Seeraan,
➡️ Ogummaa Fayyaan,
➡️ Ogummaa Mahandisummaa,
➡️ Bulchiinsaa Qabeenyaan,
➡️ Ogummaa Maashinistii
➡️ Ogummaa Taappiseerii
➡️ Ogummaa Qalama dibuu
➡️ Ogummaa Gommistaa
➡️ Maanaajimentii geejjibaa
➡️ Qorannoo Nyaataa (Food nutrition)
➡️ Ogummaa Sappilaay (Supply)
➡️ Ogummaa Injiinaringii Tekistaayilii
➡️ Ogummaa gaarmeenti injinaringii
➡️ Ogummaa Saayibarii
➡️ Ogummaa Galaanaa
➡️ Ogummaa Bittaa fi Faayinaansii
➡️ Ogummaa Aartiin
➡️ Ispoortii fi kkf Ministeeraa Raayyaa Ittisaa Biyyaa filachuun leenjisee hojiitti galchuu barbaada waan taheef, Dargaggoonni Ulaagaa Ministeerri RIB Baasee guutaan hundi carraa hojii kanatti akka fayyadamaatan isiin beeksifina.
Ulaagaawwan Barbaachisaan Waajjiraallee Nagaa fi Milishaa Aanaa fi Gandoota Sadarkaan Aanaa keessaniiraa argatu waan ta'eef itti fayyadamaa.
👉 Ergan Kun I/G Baallii Dargaggoo Aanaa Agaarfaa Obbo Mubaarak Seeyfuu irraa isiniif dabre!🙏
Carraa Gaarii Isiiniif hawwina Dargaggoo Aanaa keenyaaf‼️