Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.

Directions

Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa. Waaqii kiyya naaf gahaadha.

22/10/2026

,Lafa ati Soomaleen irraatti mariyadhaa jettuu sunii,Lafa lafee Akaakilee fi Abaabilee keennaati.

kan nuuti kabajnu kun seera kamiidha?
21/10/2026

kan nuuti kabajnu kun seera kamiidha?

21/10/2026
20/10/2026

.
Gootittii Qabsoo Alaabaa Soomaleen Mooyyalee keessa dhaabde buqqisuuf jecha wareegamte😭😭

20/10/2026

Magaalaa Mooyyaleetti,Nageenyi uummataa,lubbuun namaa fi tasgabbiin hawaasaa eegamuu qaba. Shimelis Abdisa

Yaalii Ijj*ee*chaa Kantiibaa Magaalaa Mooyyalee Irratti Raawwatamuun himame.Nageenyi uummataa,lubbuun namaa fi tasgabbii...
20/10/2026

Yaalii Ijj*ee*chaa Kantiibaa Magaalaa Mooyyalee Irratti Raawwatamuun himame.

Nageenyi uummataa,lubbuun namaa fi tasgabbiin hawaasaa eegamuu qabu.

Konkolaataan Kantiibaa Magaalaa Mooyyalee rasaasaan rukutamuu isaa ilaalchisee odeeffannoon dhiyaate yaaddessaadha.

Akka odeeffannootti jiraattonni Naannoo Soomalee jechuun ofi waaman,kaleessa Alaabaa naannoo Somaalee Godina Kibba Oromiyaa Magaalaa Mooyyalee keessatti babal’isuuf yaalii taasisan turan Galgala hardhaa Kantiibaa Magaalaa Mooyyalee Obboo Galma Korophichaa irratti yaalii ajj*ee*chaa raawwachuu fi konkolaataa isaa rasaasaan rukutamuun isaa himameera.

Haa ta’u malee,odeeffannoon kun qaamolee nageenyaa ykn maddoota amanamoo birootiin hanga ammatti hin mirkanoofne.

onkololeessa 8/2019  Kibba oromiyaa Aanaa Eelwayyeetti rasaasni kilaashi (1000)seeraan alaa dabarfamaa turee too'atame! ...
18/10/2026

onkololeessa 8/2019

Kibba oromiyaa Aanaa Eelwayyeetti rasaasni kilaashi (1000)seeraan alaa dabarfamaa turee too'atame!

fi loojistikii diinaa dhabamsiisuun jabaate itti fufa!

Address

Jimma, Oromia Region
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share