Oro Media

Oro Media Waaqii kiyya naaf gahaadha.

02/09/2026

Harkii hojjattu hin kadhatu. Oromia Communication Bureau Oromia Prosperity Party / OPP /

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aliyyi Abdalla, Alexander Bale, Goofare Tadese
02/09/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aliyyi Abdalla, Alexander Bale, Goofare Tadese

Aanaa Eel-wayyee Ganda Horbaatteetti Loojistikiin Diinaa Rasaasni1403  Dabarfamuuf Socho'aa Ture  To'atame.‎‎KAE- Eel-wa...
02/09/2026

Aanaa Eel-wayyee Ganda Horbaatteetti Loojistikiin Diinaa Rasaasni1403 Dabarfamuuf Socho'aa Ture To'atame.

‎KAE- Eel-wayyee, Hagayya 27, 2018 - Godina Booranaa Aanaa Eel-wayyee Ganda Horbaatteetti Loojistikiin Diinaa Rasaasni 1403 dabarfamuuf socho'aa ture eeruu Uummataa fi hordofii qaamolee nageenyaatiin to'atameera.

Yunivarsiitiin Booranaa Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Taasiseera.‎‎Hagayya 27, 2018 Godina Booranaa Aanaa Dirreetti Yun...
02/09/2026

Yunivarsiitiin Booranaa Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Taasiseera.

‎Hagayya 27, 2018 Godina Booranaa Aanaa Dirreetti Yunivarsiitiin Booranaa deeggarsa meeshaalee barnootaa Dabtaraa Darzana 170, Qalamaa 13 pack ‎Qubeessaa 42.5 pack, Qartuu 21.2 pack taasisaniiru.

‎Meeshaaleen deeggarsaa kunneen bakka Hoogganaan Waajjira Barnootaa Aanaa Dirree Aabba Waaqoo Diidaa argamanitti Waajjira Barnootaa Aanaa Dirreetti dabarsanii kennamaniiru.

‎Hoogganaan Waajjira Barnootaa Aanaa Dirree Aabba Waaqoo Diidaa Yunivarsiitiin Booranaa deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseef galateeffataniiru

 “Harka namaa eeggachuu irra, harka keenya hojiifi ol kaasuun gara fuulduraatti tarkaanfanna!”Following Love @
02/09/2026


“Harka namaa eeggachuu irra, harka keenya hojiifi ol kaasuun gara fuulduraatti tarkaanfanna!”
Following Love @

02/09/2026
02/09/2026
Yaa'iin Sikkoo Mandoo Dhaddachaa Murtii Haaromsuu Wiirtuu  Madda Walaabuu Godina Boorana Bahaa Ardaa Maddaatti  jalqabee...
26/08/2026

Yaa'iin Sikkoo Mandoo Dhaddachaa Murtii Haaromsuu Wiirtuu Madda Walaabuu Godina Boorana Bahaa Ardaa Maddaatti jalqabee jira.

Barri quufaaf Gabbinaa! Nagee!

Address

Jimma, Oromia Region
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share