26/07/2024
yaadadhu:
*Akka wanti kaleessa darbe deddeebi'ee sin jeeqneef, waa'ee isa darbee hin dhiphatiin
*Namni waa'eekoo maal jedha jettee hin yaadda'iin
*Gammachuukeef shoora olaanaa kan taphatu suma mataakee qofaadha
*Yeroon kan hin jijjiirre waan hin jirreef, yeroo itti kenni
Baay'istee hin yaadiin, waan hunda beekuun dirqama mitiπ
*Fuula ifaa qabaadhu. rakkinni Addunyaa kanarraa hundi kankee miti....
πππππππ
Oolmaa bareeda isiniif haa ta'u π₯°