Kottaa Buna dhugaa

Kottaa Buna dhugaa Fashion designer

12/02/2026

Ijoo maaliif follow hin tochitanii?

12/02/2026

Jaalalli ijoollee Beddellee baasuma.Mee warri najaallattan koomentii jalatti naa barreessaa

Fataa jedhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥👍👍👍👍👍👍👍
08/02/2025

Fataa jedhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥👍👍👍👍👍👍👍

08/02/2025
Naa eebbifamaa
01/02/2025

Naa eebbifamaa

01/02/2025

Qaallwwankoo naaf jiaadhaa

Follow na godha.
01/02/2025

Follow na godha.

Ooltiin nagaa
30/01/2025

Ooltiin nagaa

Qe’een Tufaa Munaa eessa ture? Har’aa hoo ilmaan ilmaan isaanii maalirra jiru? (Qalbiin dubbisaa mee...)........-Hiddi d...
17/07/2024

Qe’een Tufaa Munaa eessa ture? Har’aa hoo ilmaan ilmaan isaanii maalirra jiru?
(Qalbiin dubbisaa mee...)........
-Hiddi dhaloota Tufaa Munaa Jiloo: Tuulama, Torban Oboo keessatti Gosa Gimbichuuti. (Torban Oboo kan ta’an: Gimbichu, Gullallee, Oborii, Yaayyaa, Ekkaa, Digaluu fi Gaamuudha)
-Kan jiraachaa turanis: Shaggar, Karra Qirxii, iddoo Wasarbii jedhamuu hanga Tulluu Xuuxxoo (Inxooxxoo)tti. Naannawa amma Magaalaan Sulultaa irratti ijaaramee jiru jechuudha.
-Manni jireenyaa Ob. Tulluu Daadhii Tufaa (Kan Tufaa Munaa akaakayyuu ta’uuf) ammayyuu ona ta’ee Kophaa dhaabbatee qe’eerra jira. Dhalaa-dhalli isaanii hundi garuu achii baqatanii iddoo biraa jiraachaa jiru. Qe’een Tufaa Munaa fi Abdaariin Tufaa kan Tulluu Taajjab irra jiru ammayyuu mana (Ona) sana waliin Dirree san irraa hin baqanne; achuma taa’anii Baraaf Gadaa eeggachaa jiru. Abdaariin Tufaa Munaa hoodaa fi gamma isaa erga dhabee Abba 2 darbus yoo muufate malee waan dheekkame hin fakkaatu; akkuma duriitti bareedee Tulluu Taajjab gubbaa jira. Tulluun Taajjabi kun achuma dallaa/mooraa Tufaa Munaa duubatti argama. (Tulluu kana Abdaarii waliin Abbaa qabeenyaatti (dhakaa daandii baasuuf) qar. Miiliyoona 10tti gurguruuf foolachaa jiru nuun jedhan)
-Nutis dhala qaccee Tufaa Munaa kan ta’an Ob. Ashanaafii Hundee fi Tsahaay Hundee…Tulluu…Daadhii…Tufaa Munaa Jiloo haasofsiisneerra. Qe’ee Abaabilee isaanii (Kan Tufaa)tis waliin deemnee laallee jirra. Ashanaafii fi Tsahaay amma Magaalaa sulultaa iddoo ‘Miizan’ jedhamu jiraatu; jireenya gadadoo! Mana amma keessa jiraatan kana abbaa isaanii irraa dhaalan… Manni isaanii kun Kaartaa hin qabu… kan Tsahaayi keessa jiraattu immoo Ibsaayyuu hin galchineef. Ibsaa ollaarraa fayyadamti… dhiibba gita hin qabnetu nurra jira jetti. Tsahaay qaama-miidhamtuudha. Amma buna jabanaa karaarratti gurgurtee of jiraachisaa jirti…

“Faawundeeshinii Tufaa Munaa jedhamu waggaa 3 dura hundaa’uu isaa dhageenyee deemnee dubbisnaan qar. Kuma shan ykn kuma kudhan kaffalaatii miseensa ta’aa n

Har'ammoo roobaan eegaleetiiKottaa Buna dhugaa.Isinan jaalladha.Iddoo Nagaa naaf oolaa.
17/07/2024

Har'ammoo roobaan eegaleetii
Kottaa Buna dhugaa.Isinan jaalladha.
Iddoo Nagaa naaf oolaa.

Address

Bedele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kottaa Buna dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share