Mu'aaz Aadam

Mu'aaz Aadam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mu'aaz Aadam, Grocers, Oromia, Bedessa.

09/08/2026

ustaaz ibsaa hundeeffama teknoolojjii

07/08/2026

Turtii kabajamoo dr Abiyyyii Ahmad OBN wajji taasisan

07/08/2026

Dalagaa malee taa'uun amataa teenya keessatti dhoorgaadha islaamummaan amantii misoomaati

07/08/2026
yaarabbi dormadhu
05/08/2026

yaarabbi dormadhu

maatiin miseensota maatii Abu Shari’aa🇵🇸 112 aw*waaluuf😭 walitti qabamaniiru. Reeffi isaaniis caccabaa gamoo mana jireenyaa naannoo Al-Sabra jedhamu keessaa kan argame yoo ta'u, Gareen ittisa siiviilii sa’aatii 136 walitti fufiinsaan caccabaa keessa qotanii namoota miidhaman, kanneen baay’een isaanii dubartootaa fi daa’imman ta’an, maatii guutuu irratti miidhaa hamaa ga’e kan mul’isudha.

Rabbiin olaanaa ta'e isaaniif haa dirmatu Roor**roo Zaa**limaa Tana jalaa Rabbi isaan Haa baasu Kanneen wareegamaniif Mindaa Shahiidummaa Rabbi haa kennuuf

Hadaraa please Namni Miidhamtoonni😭😭 Lammii Falas*xiin Si Hado*ochu Yaroo hunda Du'aa'iin Akka hin daganne Du'aa'ii godhaaf
✍️Toltu Multimedia Production

Address

Oromia
Bedessa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mu'aaz Aadam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category