Broadcasting Media Yabaloo JMC

Directions

Broadcasting Media Yabaloo JMC Miidiyaa Cimaan Ijaarsa Biyyaa keenya keessaatti gahee guddoo qaba

Shaneen Oromoodha jettanii warri falmaa turtan eessa jirtu? Shaneen Wayyaanee afaan Oromoo dubbattuu dha jennee yommuu f...
21/09/2026

Shaneen Oromoodha jettanii warri falmaa turtan eessa jirtu?
Shaneen Wayyaanee afaan Oromoo dubbattuu dha jennee yommuu falminu yoom nu dhageessan. Har’a isiniif galee laata? Humni kun har’aa miti kan Oromoo gane. Waggoottan gaggeessummaa TPLF guutuu Ertiriyaa taa’ee ergama wayyaanee bahachaa akka ture isinitti himamaa ture. Mana hidhaa Oromootaan akka guutamu kan godhe humna kana. Ajjeechaa wayyaaneen Oromoo irratti raawwate hundaaf basaastummaadhaan duuba kan jiru shanee dha. Battala jijjiiramni dhufetti humni kun maaliif bosonatti hafe isinitti fakkaata? Mootummaa jijjiiramaatu rakkoo qabaaf bosonatti hafe akka hin jinne, yeroon sun ciminaa fi hanqina mootummaa murteessuuf yeroo itti danda’amu hin turre. Kanaaf har’a maaliif raajooftu? Humni kun diina. Humna jalqabumarraa faallaa kaayyoo ganamaa dhaabateedha.

02/07/2026

Dhaloonni amma siyaasa tortoraa fi dulloomaa Jawaar deemsisuf bakka hin qabu

Address

Finfine
Bulbula

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Broadcasting Media Yabaloo JMC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category