Ahimed Nasir Limmu Jimma

Ahimed Nasir Limmu Jimma Dhalaatta Saabba
Qoomokoo
yaa Umaatta Limmu
koo

28/08/2025
25/07/2025

Dhaagefaadhaa wly

Dhuggan jiruu kanumaa wly
20/01/2025

Dhuggan jiruu kanumaa wly

Jawween Ni Rakkate🤔
= = = = = = = =
Hin dubbadhu yoon jedhes didee na dubbisa. Sababiin ammoo dhugaa jiruufi dhufaa jiru argaa waanan jiruuf callisuun natti ulfaata.

JJawar MohammedOromiyaa keessatti lubbuun namootaa haala suukkanneessaan ba'aa turuufi jiraachuu himuun isaa lubbuuu ba'aa jiru hambisuuf osoo hin taane ammas caalmaatti dabalamee lubbuun ilmaan keenyaa akka ba'uuf yaadee akka ta'e hubadhaati warri osoo homaa hin beekne wacaafi boo'aa jirtan dhaabadhaa of ilaalaa.

Lubbuun saba keenyaa badaa turuu, xiqqaafi guddaan salphachuu, ilmoon haadha jalatti gudeedamaa turuu, haati manaa abbaa manaa jalatti gudeedamaa turuufi sabni keenya akka malee dararaa hamaa jala turuu waggoota shanan, jahan darban kana keess gaafa himaa turre dubbatee hin beeku.

Amma garuu hawaasni keenya waan kana irraa xiqqoo boqonnaa argannaan kitaaba isaa daldaluu cinaatti milishaafi qaama nageenyaa maqaa balleessuun isaa diyaaspooraa joonjoo biratti fudhatama argachuuf akka ta'es beekuun gaariidha. Jawwee kan baay'ee aarsee abdii kutachiise ijoolleen laga jiran daandii nagaa filatanii galuu yoo ta'u, daandiin daldala isaa waan cufameef ammoo kitaabicha daldalachuuf ammoo dirqama waan amma gochaa jiru gochuu qaba. Kanafan Jawween ni rakkate jedhe.

Kanaaf kara deemtonni ni wacu, ijoolleen kaayyoof cichooman ammoo dubbii suuta ilaalaa imala isaanii injifannoon itti fufu!

14/12/2024
Egeree keenya mo'achuuf halkaniif guyyaa hojjechuun diqama!               ………………Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaa ganda ...
07/10/2024

Egeree keenya mo'achuuf halkaniif guyyaa hojjechuun diqama!
………………
Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaa ganda Keellaa Gabbisaatti halkan kana hojiin ulaa misoomaa (misoomni kooriidarii) hojjetamaa jira!

Hojii kana irraattis itti gaafatamaan waajjira paartii Badhaadhinaa Aanichaa Obbo Gazzuu Dhugumaa fi hoggantoonni gurmaa'insa haaraa gandichaa hirmaachaa jiru.

Address

Limmu Kossa
Genet

Telephone

+251917121266

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahimed Nasir Limmu Jimma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category