Qundhudho Page

Qundhudho Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qundhudho Page, Grocers, Gursum.

01/01/2026
Farden Qundhudho lakkofsan  meqaa nii tahaa jatee yaduu ?
24/12/2025

Farden Qundhudho lakkofsan meqaa nii tahaa jatee yaduu ?

26/11/2025
Suuraa Oromiyaa, kaartaa turiizimii ItiyoophiyaarrattiSuuraa: Harargee Bahaa, Baabbileefi Gaara Qunduudoo
19/11/2025

Suuraa Oromiyaa, kaartaa turiizimii Itiyoophiyaarratti
Suuraa: Harargee Bahaa, Baabbileefi Gaara Qunduudoo

19/11/2025

Suuraa Oromiyaa, kaartaa turiizimii Itiyoophiyaarratti
Suuraa: Harargee Bahaa, Baabbileefi Gaara Qunduudoo

Yaa rabii kan dhugaa godhii
26/07/2025

Yaa rabii kan dhugaa godhii

'ee gurmii Lafa jireenya!
Odeeffannoo dabalataaf Telegram group kana seena 👇👇👇👇
https://t.me/healthconsultancy

Yeroo ammaa Itiyoophiyaatti namni waan yaada isaa ibsateef hidhamu hin jiru- Dooktar Abiy AhimadFinfinnee, Caamsaa 30, 2...
09/06/2025

Yeroo ammaa Itiyoophiyaatti namni waan yaada isaa ibsateef hidhamu hin jiru- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Yeroo ammaa Itiyoophiyaatti namni aangoo humnaan qabachuuf karoorseefi gurmaa’ee yoo socho’eefi yakkoota biroorratti hirmaate malee yaada isaa waan ibsateef hidhamu hin jiru jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi deebii isa xumuraafi kutaa 4ffaan hojiilee mirga namoomaa eegsisuuf hojjetaman irratti ibsa kennaniiru.

Mootummaan yeroo kamiyyuu caalaa mirgi namoomaa lammiilee akka kabajamuuf ejjennoo cimaa qabatee hojjechaa jiraachuu eeraniiru.

Haa ta’u malee rakkoo guddaan Itiyoophiyaa keessa jiru dandeettiin bilisummaa hogganuu gadi aanaa ta’uu, bilisummaa haalaan hogganuu dadhabuun qormaata ta’uu kaasaniiru.

Mirgi namoomaa akka kabajamuuf gatiin kaffalamaas ta’u haalli mijachuu ibsaniiru.

Namoonni yakkarratti hirmaatan keessumaa namoota siyaasaafi rogeeyyiidha ofiin jedhan yakkarratti hirmaatanii seeraan wayita gaafataman gaaffii mirga namoomaa kaasu, kun ammoo dogoggora jedhan.

Itiyoophiyaa keessa namni waan yaada isaa ibsateef hidhamu akka hin jirre hubachiisuun, namni kan hidhamu karoorsee, gurmaa’ee faayinaansii barbaadee socho’uun Araat Kiiloon seena wayita jedhudha jedhan.

Aangoofi fedhii humnaan milkeessuuf ogummaa dawoo godhachuun akkasumas qaamni heeraafi seerota biroo kabajuun hin sochoone gaafatamummaa seeraa jalaa akka hin miliqne yaadachiisaniiru.

Kana jechuun adeemsa seera kabachiisuurratti hanqinoonni hin jiru jechuu miti kan jedhan Dooktar Abiy, yeroo itti aanutti rakkoolee mudatan sirreessuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhan.

Malaakuu Gadifiin.

Jegnotaa Afrikaa
03/06/2025

Jegnotaa Afrikaa

Address

Gursum

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qundhudho Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category