22/02/2026
Raayyaan ittisa biyyaa mandara Shororkeessitootaa kan taate Magaalaa Asmaraa to'achuuf murteessuun isaa dhagahame.
Magaalaan Asmaaraa bakka Shororkeessitoonni maandheffatanii nageenya naannawwaa waggoota dheeraadhaaf booreessaa turan ta'uun isaa ni beekama. Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa yeroo muraasa keessatti Magaalaa Asmaraa to'achuuf qophii xumuree jiraachuu maddeen amanamoo irraa odeeffanneerra.
Hanga Asmaraan bilisoomtutti nageenyi Gaanfa Afiriikaa tasgabbaa'uu akka hin dandeenye Xiinxalli Raayyaa ittisa biyyaa ifoomseera.
Loltoonni Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammaayyaa hidhachuun gara kaabaa imalaa jiru.
Itti muddi Gemeda Obse follow like shre Odeeffannoo haaraa argattu !