Muleta Aliyii Ame

Directions Contact the business

Muleta Aliyii Ame Kan hin duune hin dulloomne kan hin rafne kan hin dogongoorre kan waa hunda beeku rabbi qofaوحده الله لا يموت، ولا يشيخ، ولا ينام، ولا يخطئ، ويعلم كل شيء

10/08/2026

Muleta Aliyii Ame

10/08/2026

# Muleta Aliyii Ame

09/08/2026

She jamal aliyii
Muleta Aliyii Ame

15/07/2026

Siif jiraadhee du'uun koo
Silaa waan hin oollee
Silaa waan hin oollee
Gaariif hammeenya kee
Waliisaan wallaalee
Waliisaan wallaalee

Anaan na qabattee
Maaf anaan na miitaa
Beekta anaan anatu
Silaa jiruu keef jiraataa

Kanan gaabbu kan na arsuu
An waa lama dhabduun ta'ee
Kanan gaabbu kan na arsuu
Bifuma tokkoon meeqan du'e

Kan si dinqu maqaa keetinan
Fira faana gargar ba'ee
Lammii kootin gargar ba'ee
Kan si dinquu si filadhus
Yaadni kankee yoom naaf ta'e
Ofittummaan kee sumaaf ta'ee

Kan si dinqu kan na arsuu
An waa lama dhabduun ta'ee
Kanan gaabbu kan na arsuu
Bifuma tokkoon meeqan du'ee

Gaarummaa kee kanatu
Hammeenya kee kanatu egaa
Yoom ifa naaf ta'aaa
Bifa tokkoon qofa maaloo
Al meeqan siif du'aa
Bifa tokkoon qofa maaloo
Al meeqan siif du'aa

Osoo naaf milkaa'ee
Osoo naaf milkaa'ee
An fira koo kiisee
Dhiifama saanii argadhee
Oson sirraa gargar ba'ee
Osoo naaf milkaa'ee
Si wajjiin jiraachuun nattafee
Osoon lammii kootti makamee
Isan du'ee du'aa ka'ee

Kanan gaabbu kan na arsuu
An waa lama dhabduun ta'ee
Kanan gaabbu kan na arsuu
Bifum tokkoon meeqan du'e
~~~~~~~~~~~~~~~~~~

__________Har'a___________
Hunduu gaabbee jira!

21/06/2026

nu biraati maqan biqilltuu kanaa tuqan rifata jaama isin birati. ho

21/06/2026

Qabxiin ijoon biraa mata dureedha. Daawwattoota hawwachuu kan danda'uu fi viidiyicha sirriitti kan ibsu ta'uu qaba. Gaalee yaada viidiyicha keessa jirurraa fudhatame yoo ta'e daawwattoonni ergaa viidiyichaa akka hubatan gargaara.

Gama biraan viidiyicha kan ibsuu fi achumarraa kan fudhatame suuraa [Thumbnail] daawwattoonni akka viidiyicha bananii ilaalan taasisu qabaachuun barbaachisaadha.

Xumura irratti viidiyoo dalagame marsaalee hawaasaa gara garaa irratti qooduun barbaachisaa ta'uu hima Piit Wiiltar.

Gara Miikiyaas fi Wiintaanaa yoo deebinu, Wiintaanaan gara fuulduraaf mucaa ishii waliin waa'ee kitaabotaa, muuziqaa fi sagantaawwan daa'imman irratti xiyyeeffatan hojjechuuf yaada qabdi.

Miikiyaas ammoo sagantaalee gargaarsaa ykn tola ooltummaa eegale jabeessee itti fufuu fedha.Sagantaalee hojjetu keessaa daqiiqaa 30 kan jedhu namoota rakkatan gara garaa ittiin gargaara.

Yaadicha guddisuun jiddugala tola-ooltummaa ykn gargaarsaa 'Yanee Sawu' jedhamu baneera.Hojiiwwan bakkoota gara garaa deemuun amma booda hojjetu hojii tola ooltummaa waliin wal qabsiisuu fedha.

Tiraamp ''Neetaaniyaahuun nama galata hin beekne, nama maraataadha,'' jechuun arrabsuu miidiyaaleen gabaasaniiru. Tiraam...
21/06/2026

Tiraamp ''Neetaaniyaahuun nama galata hin beekne, nama maraataadha,'' jechuun arrabsuu miidiyaaleen gabaasaniiru. Tiraampis akkas jechuu amaneera.

Atakaaroon Tiraamp fi Neetaaniyaahuu egeree US fi Israa'el akkamiin miidha? Anga'oota lameen gidduutti maaltu
madi oduu
bbc Afaan Oromoo

21/06/2026

dahaba/warqii

Allahaamdulillaa
21/06/2026

Allahaamdulillaa

13/06/2026

Ethiopia National 🇪🇹 club

Address

12131682
Harer

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muleta Aliyii Ame posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Muleta Aliyii Ame:

Shortcuts

Share

Category