Bisile hirna Hararge

Bisile hirna Hararge Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bisile hirna Hararge, Grocers, Jijiga.

03/10/2025
03/10/2025

I gained 735 followers, created 1 post and received 2 reactions in the past 90 days! Thank you all for your continued support. I could not have done it without you. 🙏🤗🎉

Odeeffannoo aja'ibaa👇√  Akka Oromiyaatti Godinni  barattoota kutaa 12 qormaata dabarsuun sadarkaa 1ffaa irrattii Jimmaa ...
19/09/2024

Odeeffannoo aja'ibaa👇
√ Akka Oromiyaatti Godinni barattoota kutaa 12 qormaata dabarsuun sadarkaa 1ffaa irrattii Jimmaa fi shawalixa yootaatu Harargee bahaa ammo sadarkaa lammaffaa irrati argamu.
Jimmaa 129
Shawaa Lixaa 129
Harargee Baha 114
Arsii 88
Harargee Lixaa 80

12/09/2024

Shira Warri Sound System irra hojjettu Artist irratti hojjette quba qabduu laata?
Waltajjii simannaa bara haaraa guyyaa dheengaddaa OBN magaalaa Adaamaa mooraa bulchiinsa magaalaa Adaamaatti qopheesse irratti qeeqa Artist Sona Takilee irratti adeemsifamaa jiru ilaalchisee waanin qaamaan argee taajjaberra waan xiqqoo isiniif qooda.
Ani gaafa sana achin ture namoota sagalee isaaf qaban keessaallee isa tokkon ture rakkoon gurbaa bira miti namoota sound system irra hojjetaniidha sagalee mic isaa olkaasanii kan muuziqaa gadi buusanii kan warra sagalee qabuummoo tasumayyuu bakka Addis ababa jedhutti irraa cufani jarri sound system irra hojjettu nafxanyoota finfinneedhaa dhufteedha! mucaa kana irratti shira guddaatu hojjetame😥
Isa qofaa miti Artistii keenya kabajamaa Elemoo Alii irrattis sagalee baballeessuutiin akkanni jeeqamu godhanii jiru gaafa sana sagantaa tamsaasa kallattii gaafa sanaarra seentanii ilaaluu dandeessu hedduu garaan nu gubate gaafa sana.
Share waliif godhaa jarri sun qoratamuu qabu.

11/09/2024

Qaam’ee 5/2016(TOI)- Carraan dhaloota boruu imala badhaadhinaa keenya keessatti maal ta’uu akka danda’u imaammattootaa fi karoora badhaadhinaa keenyarratti ifatti keenyeerra jedhan sadarkaa ittaanaa ministira muummeetti hoogganaan jiddugaleessa qindeessaa ijaarsa sirna demokiraasii fi ittaanaa...

11/09/2024

Seeratti dhiyaachuu qaba. Murtee barsiisaa isaa fi fakkaattoota akka isaa barsiisu argachuu qaba.
Murtee keennames ummanni beeku qaba❗️

Address

Jijiga

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bisile hirna Hararge posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category