Obsaan Aannan raadaa Unata

Directions

Obsaan Aannan raadaa Unata Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsaan Aannan raadaa Unata, Grocers, Sombo, Jimma.

06/09/2025

Cichoomina
BU'UURA CIMAA BIYYA JABDUU!

Injifannoowwan Galmaa’aan Bu’aa Cichoomina Lammilee Itoophiyaati!

Itoophiyaan baroota dheeraaf qormaata keessoofi alaaf osoo hin jilbiinfatin birmadummaafi eenyummaan ishee wareegama qaalii kaffalameen tikfamee cichoomina lammileen ishee agarsiisaniin biyya walharkaa fuudhinsa dhalootaan ijaaramaa as geessedha.

Seenaawwan darban hundi kan agarsiisu injifannoowwan duraa duubaan galmaa’aa dhufan bu’aa cichoomina lammilee jaalala, kabajaafi ulfina biyya isaaniif qaban irraa kan madde ta’uu isaati.
Tokkummaafi cichoomina olaanaa sabootni, sablammootniifi uummattootni keenya agarsiisan keessaa ijaarsa Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa angafummaan kan eeramudha.

Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa dabalatee injifannoowwan imala badhaadhinaatiin galmaa’aa jiran ashaaraa waloo dhaloota haaraa copha bishaanii, dafqaafi dhiigaan galmaa’aa jiru faajjii cichoomina Itoophiyaati.

Qaammee tokko guyyaan cichoominaa wayiita kabajamu bu’uura Cimaa Biyya Jabduuf kaa’uuf waadaa keenya kan itti haaromsinu guddina caalmaaf kan itti hojjetamudha.

Hojii KTL Gannaatiin Gandi H/Godaantee Hojiin hojjeetaaru itti fufeera.
18/08/2025

Hojii KTL Gannaatiin Gandi H/Godaantee Hojiin hojjeetaaru itti fufeera.

Hirmaannan Dargaggootaa Hojii Misoomaa biyya tokkoo keessatti murteessaadha.Hagayya 3/12/2017 Aanaa shabee Somboo Ganda ...
09/08/2025

Hirmaannan Dargaggootaa Hojii Misoomaa biyya tokkoo keessatti murteessaadha.
Hagayya 3/12/2017 Aanaa shabee Somboo Ganda Aloo Godaantee keessatti hojiin ijaarsa fi suphiinsa Daandi Gandaa fi Zoonii wolqunnamsiisu Ijaarama Dargaggoo Gandichaatiin Sagantaa Idileetiin hojjetamaaru itti fufeera.

Address

Sombo
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsaan Aannan raadaa Unata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category