Adinan bedri

Directions

Adinan bedri Allah☝️ is enough for me🥰

13/08/2026

Gaafa fayyaa qabnu homaa nutti hin fakkaatu malee.....
**************************************
Kan suuraa irratti argitan kun, namoota Kaleen isaanii dadhabeef ykn miidhameef namaaf galfama. Karaa kanaan maashiniin hojii kalee hojjata. Siree irra erga ciibsamee booda sa'aa 2-4f namaa hojjatama. Torbanitti guyyoota 3f hojjatamuu barbaachisa. Ji'atti yeroo 12f jechuudha. Namoonni kaleen isaanii fayyaa taate guyyaatti marsaa 36f hojii kana ni hojjatti. Gaafa hojii kana hojjattus wanti sitti dhagahamus, miirri gaarii hin taanes hin jiraatu. Kafaltiinis hin jiru!!
Bichaa, waan qabduuf galata galchi!!!
Fayyaa keetis eeggachuuf waan gochuu qabdu mara duursii godhi!!

17/07/2026


13/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mohamad Omar, Hanaan Bit Islam, Keenaa Mohammad Ame, Caalishaa Kan Ahmmaad

Address

Karamile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adinan bedri posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category