15/01/2026
Speed zimbabwe kun qimamiidha. Maqaan speed ja’us ni malaaf. Keenya sunis silaa akkas tahee 🤷♂️
Ka Zimbabwe kun guyyaa guutuu ka ixoopiyaa kanatti muudii qabataa oole 😊
Garuu beekamuu qaba haa jajjabeeffamu
waanuma fedheefuu