Jibicha Dichoo Dooroo

Jibicha Dichoo Dooroo Kuusaa Seenaa

     Mootummaan  Fulbaana 2018 irraa eegalee hojjettoota Mootummaaf Miindaa dabaluuf ta'uu ibse.Mootummaan Fulbaana 2018...
18/08/2025


Mootummaan Fulbaana 2018 irraa eegalee hojjettoota Mootummaaf Miindaa dabaluuf ta'uu ibse.

Mootummaan Fulbaana 2018 irraa eegalee hojjettoota mootummaaf fooyya’iinsa daballii miindaa gochuuf murteesse.

Komishiniin Siiviil Sarvisii Federaalaa ibsa baaseen, mootummaan haala jiruufi jireenyaa lammiilee fooyyessuuf hanga humni biyyaa hayyamuun fooyyessaa jiraachuu ibse.

Fooyya’iinsa Kanaan miindaan hojjetoota mootummaa inni xiqqaan Birrii kuma 4 fi 760 irraa gara Birrii kuma 6’tti akka guddatu ibsame.

Miindaan hojjettoota mootummaa inni ol'aanaan ammoo Birrii kuma 21 fi 492 irraa gara Birrii kuma 39’tti kan guddatu ta’uutu eerame.

Miindaan ka’umsa eebbifamtoota digirii jalqabaa Birrii kuma 6 fi 940 irraa gara Birrii kuma 11 fi 500’tti fooyya’a jedhame.

Miindaan hojjettoota mootummaa siiviil sarvisiin ala dameewwan garagaraa keessatti hojjetanis kan fooyya’u ta’uu Komiishiniin Siivil Sarvisii Federaalaa beeksiseera.

Ogeeyyiin fayyaa midwifare tiin eebbifamtan galmaahaa..fi obboleewwan keenya biraanis qaqqabsiisaa..dirqama.lammummaa.ke...
08/05/2023

Ogeeyyiin fayyaa midwifare tiin eebbifamtan galmaahaa..fi obboleewwan keenya biraanis qaqqabsiisaa..dirqama.lammummaa.keessan bahaa

Doorookoo..sosochiin nageenyaa amma jiru kan nama boonsudha jedhan..amma deemee armeekoo ilaaluunkoo hin afu
02/05/2023

Doorookoo..sosochiin nageenyaa amma jiru kan nama boonsudha jedhan..amma deemee armeekoo ilaaluunkoo hin afu

Address

Laqamte
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jibicha Dichoo Dooroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category