Carii

Carii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Carii, Grocers, Nek'emte.

please, follow this profile! everyone
25/10/2025

please, follow this profile! everyone

06/09/2025

Fak. 30
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
❝¹⁸ Wanti ana dinqan sadiitu jira, isa afuraffaa immoo hubachuu iyyuu hin danda'u;
¹⁹ isaanis, karaa joobirri qilleensa keessa balali'u, karaa bofni kattaa irra adeemu, karaa markabni galaana irra adeemuu fi karaa dargaggeessaa fi dargaggeettiin wal jaallatanii dha.


²¹ Wanta sadiitu lafa sochoosa, isa afuraffaa immoo danda'ee iyyuu hin baatu.
²² Isaanis, garbicha mootii ta'e, gowwaa quufe,
²³ haftuu abbaa manaa argattee fi xomboree iddoo giiftii isheetii fudhattee dha.
²⁴ Uumamni bifaan xixinnoo ta'anii, baay'ee immoo ogeeyyii ta'an afurtu lafa irra jira;
²⁵ mixiin uumama dadhabduu dha, garuu nyaata ishee bona walitti in qabatti;
²⁶ osoleenis uumama humna hin qabnee dha, garuu kattaa keessatti in galti;
²⁷ hawaannisi mootii hin qabu, garuu wal gurmeessee in adeema.
²⁸ Loccuun barruudhaan looti, garuu keenyan mana moototaa irratti iyyuu in argamti.
²⁹ Wanti adeemsa tolu sadiitu jira, inni afuraffaan immoo simboo ulfina isaatiif ta'u qaba;❞

Address

Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Carii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category