Amoo

Amoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Amoo, Grocers, Nekemte, Nek'emte.

karaa Umamaatiin Ilkaan Kee Addeeffachuuf------------------  waliif godhaa...kan si barbaachisu ; Jijinbila, ashaboo fi ...
28/03/2025

karaa Umamaatiin Ilkaan Kee Addeeffachuuf
------------------ waliif godhaa...
kan si barbaachisu ; Jijinbila, ashaboo fi loomii
Itti Fayyadamaa isaa ;
Jijinbila Albee ykn aaduu fayyadamtee qola isaa irraa soofta itti aansuun jijinbilicha kukkuttee xixiqqeesita ergasiin booda bishaan fallaana 3 itti naqxa itti aansee ashaboo faallaana 1/4 ykn ruubii fallaanaa itti dabalta itti aansuun loomii baqaqsitee bishaan isaa fallaana 2 itti dabalta dhumarratti sirriitti waliin makta ergasiin booda rigduu ilkaanii /toothbrush fayyadamuun ilkaan kee ittiin rigatta.
malli kun salphaadha warreen ilkaan keessan xurii godhate bifa kanaan ofirraa baastanii addeessuu dandeessu
----------- Dr.Amanuel G
đŸ”¥Share fi follow gochuu hin dagatinaa

Address

Nekemte
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category