Siif jireenyi maali?

Siif jireenyi maali? Jireenya jiraachu qofa oso hin taane maal akka ta'e beekun dirqama!

Bara kana baratoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %5.4 qofaatu darbe🥲Mana barnootaa 1,363 ammoo barataa tokkoll...
09/09/2024

Bara kana baratoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %5.4 qofaatu darbe🥲

Mana barnootaa 1,363 ammoo barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye jedhan🥲
Barattoota 684,205 Qormaata biyyoolessaa bara kanaa qoraman keessaa barattoonni 36,409 qofaatu darbe
Maaltu deemaa jira garuu sirna barnoota biyya kanaa keessatti
Marii hin barbaachisu jettuu waan kun dhugaa?
Dhumni barattoota kanaa maal tahuu danda’a yaa sabaa?
Har’a halkan sa’aatii 6tti ifa taasisu

Address

Oromia
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Siif jireenyi maali? posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category