waajjira kutaa Bulchiinsa Qassoo

waajjira kutaa Bulchiinsa Qassoo General

Sagantaa Buna dhugaan  Duula Na filadhaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti filannoo marsaa 7ffaaf akka paarti...
27/04/2026

Sagantaa Buna dhugaan Duula Na filadhaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti filannoo marsaa 7ffaaf akka paartii Badhaadhinatti gaafa 18/8/2018 gaggeeffamaa ooleera

Eebla 11/2018 Maree Jiraattota Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti Dhimmoota Misoomaa fi Nageenyaa irratti bakka addaa Zoo...
19/04/2026

Eebla 11/2018
Maree Jiraattota Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti Dhimmoota Misoomaa fi Nageenyaa irratti bakka addaa Zoonii 8ffaa (Naannoo Gommaa Fabrikaa)jedhamee beekamutti gaggeeffamaa oolera.

  Qassoo!!!Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti ! Bulchiinsa Magaalaa_Naqamtee Ganda Qassootti Sagantaan Sosochii Duul...
09/04/2026

Qassoo!!!
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti ! Bulchiinsa Magaalaa_Naqamtee Ganda Qassootti
Sagantaan Sosochii Duula Na filadhaa Paartii badhaadhidhinaa filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa Koonsertiiwwan adda addaan dabalamee Istaadiyeemii Wallaggaatti Geggeeffamuuf
Jiraattotni Ganda Qassoo karaa ho,aa ta,een gaggeeffamaa shubbisaa fi dhaadannoon faayamaa gara Istaadiyeemii yeroo deeman mul,isu.
paartii Badhaadhinaa Filadhaa
mallattoon paartii Badhaadhinaa Nadoo qamadiidha

Nadoo Qamadii filadhaa!!

Kaadhimamtoota Bakka Bu'oota paartii Badhaadhinaa beeksisuun itti fufee jira.:::::::;;;;;;;;;;;;::::::::::::::::::::::::...
24/03/2026

Kaadhimamtoota Bakka Bu'oota paartii Badhaadhinaa beeksisuun itti fufee jira.
:::::::;;;;;;;;;;;;:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti guyyaa har'aa jechuun bitootessaa 15/07/2018 Kaadhimamtoota bakka bu'oota paartii Badhaadhinaa Mana Maree paarlamaa fi Mana Maree Caffee Naannoo Oromiyaaf dhiyaatan karaa miidhagaa ta'een Gamtaa paartii Badhaadhinaa irratti ibsamaa ooleera.

KIN cimaa paartii cimaa jedhuun leeñjjin Hojmaata paartii Badhaadhinaa irratti  Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qasso...
20/03/2026

KIN cimaa paartii cimaa jedhuun leeñjjin Hojmaata paartii Badhaadhinaa irratti Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti bitootessa 11/2018 kennamaa ooleera

Guyyaa har'aa maree hawaasaa  Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti zooniiwwan adda addaa irratti dhimma Nageenya...
04/03/2026

Guyyaa har'aa maree hawaasaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti zooniiwwan adda addaa irratti dhimma Nageenya fi misoomaa irratti gaggeeffamaa ooleera.

Nekemte city
02/03/2026

Nekemte city

Mareen Caasaalee Nageenyaa waliin gaggeeffameéra.:::::::::::::::::::::Guyyaa 22/06/2018 mareen Caasaalee Nageenyaa kanne...
01/03/2026

Mareen Caasaalee Nageenyaa waliin gaggeeffameéra.
:::::::::::::::::::::
Guyyaa 22/06/2018 mareen Caasaalee Nageenyaa kanneen ta'a poolisii ,Milishaa fi Gaachana Sirnaa waliin dhimma Nageenya waaraa Ganda keenyaa fiduu irratti mareen bal'aan gaggeeffamaa ooleera.

Manifeestoon Paartii Badhaadhinaa .::::::::::::::::::::::::::::Guyyaa gaafa 21/06/2018 Bulchiinsa Magalaa Naqamtee Ganda...
01/03/2026

Manifeestoon Paartii Badhaadhinaa .
::::::::::::::::::::::::::::
Guyyaa gaafa 21/06/2018 Bulchiinsa Magalaa Naqamtee Ganda Qassootti Manifestoon paartii Badhaadhinaa sad.Ganda keenyaatti gaggeeffamaa ooleera

Mareen hawaasaa  Mana Barumsaa Qassoosad.2ffaatti gaggeeffameera.:::::;;;;;;;;:::::::::::Guyyaa gaafa 20/06/2018 Bulchii...
01/03/2026

Mareen hawaasaa Mana Barumsaa Qassoosad.2ffaatti gaggeeffameera.
:::::;;;;;;;;:::::::::::
Guyyaa gaafa 20/06/2018 Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda Qassootti hawaasa Mana Barumsaa sad 2ffaa Qassoo tti
Mareen dhimma qulqullina barnootaa fi Galii keessoo irratti mareen gaggeeffameera

Guyyaa har'aa bitootessa 24/2017 sababeeffachuun hiriira guddichaa fi fiigicha  gaggeeffamuuf guyyaa har'aa akka Ganda Q...
26/03/2025

Guyyaa har'aa bitootessa 24/2017 sababeeffachuun hiriira guddichaa fi fiigicha gaggeeffamuuf guyyaa har'aa akka Ganda Qassootti sosochiin maree Gurmaa'insa gandaa Gadii waliin gaggeeffamaa ooleera

Address

Qesso
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when waajjira kutaa Bulchiinsa Qassoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category