WABII Pod

WABII Pod Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from WABII Pod, Grocers, Nekemt.

Ethiopian Airlines
17/08/2025

Ethiopian Airlines

26/06/2025
ABO-WBO ibsa waamicha Imbaasii Ameerikaa Finfinnee jirurratti hundaa'ee baaseen, "akka jaarmiyaa nagaa dhugaa barbaaduuf...
25/05/2025

ABO-WBO ibsa waamicha Imbaasii Ameerikaa Finfinnee jirurratti hundaa'ee baaseen, "akka jaarmiyaa nagaa dhugaa barbaaduufi wareegama qaqqaalii baasetti, waamicha Imbaasiin Ameerikaa nageenya waaraa biyyattii keessatti akka dhufuu taasise kana ija gaariin ilaalla," jedheera.
Garuu mootummaatti quba qabe.
👇


ኢትዮጵያ የብሪክስ ሀገራትን ትመራለች ከአስሩ አባል ሀገራት በፈጣን የኢኮኖሚ እድገት በአንደኛ ደረጃ ላይ ትገኛለችETHIOPIA LEADS BRICS plus nations .................
25/05/2025

ኢትዮጵያ የብሪክስ ሀገራትን ትመራለች

ከአስሩ አባል ሀገራት በፈጣን የኢኮኖሚ እድገት በአንደኛ ደረጃ ላይ ትገኛለች

ETHIOPIA LEADS BRICS plus nations ...................by GDP growth projection for 2025.

1. Ethiopia (6.6%)

2.India (6.2%)

3.Indonesia (4.7%) (In January 2025, Indonesia became the bloc's tenth member)

4.the United Arab Emirates (4%)

5.China (4%).

ALSO

The IMF projects Ethiopia's real GDP to grow by 6.6% in 2025. This is third on the IMF's growth forecast list for African countries, Right after Senegal (8.4%) and Rwanda (7.1%)

Ethiopia An African Mega-Trend

Baankonni biyya alaa yeroo dhiyootti gara Itiyoophiyaa seenanii tajaajila maallaqaa kennuu akka jalqaban ifoomeera. Bulc...
19/05/2025

Baankonni biyya alaa yeroo dhiyootti gara Itiyoophiyaa seenanii tajaajila maallaqaa kennuu akka jalqaban ifoomeera. Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, obbo Maammoo Mihret, akka jedhanitti, baankonni biyya alaa dhuma bara 2025 ykn walakkaa bara bajataa dhufuutti hojii isaanii Itiyoophiyaa keessatti jalqabuuf qophiin taasifamaa jira.

Obbo Maammoon akka ibsanitti, karoora mootummaa fi Baankii Biyyaalessaa waliin tumsuun, seensa baankota alaa jalqabsiisuuf qajeelfamoota barbaachisoo fooyyessuuf hojiin bal’aan adeemsifamaa jira. Haa ta’u malee, baankonni biyya alaa kam akka seenu danda’an hanga ammaatti ifatti hin ibsamne.

Dambiiwwan duraan baankota biyya alaa seenuu dhoorkaa turan irratti jijjiiramni taasifamaa jiraachuu ibsameera. Isaan keessaa, daangaan liqii baankonni biyya alaa kennuu danda’an dhibbeentaa 18 ta’uu fi boondii bitachuu qabu kan jedhan dursanii sirreeffamaa jiru.

Bulchaan Baankii Biyyaalessaa qajeelfamni baankota biyya alaa danqu yeroo gabaabaa keessatti haqamu akka jiru mirkaneessanii, garaagarummaa tajaajila maallaqaa fi dinagdee biyyattii keessatti bu'aa fiduuf xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa jira jedhan. Reporter

Namni Miliyoona Dirribaa jedhamee  waamamu kun, dhimma duudhaa hawaasaa faallaa ta'e hedduu     miidiyaalee hawaasaa add...
14/04/2025

Namni Miliyoona Dirribaa jedhamee waamamu kun, dhimma duudhaa hawaasaa faallaa ta'e hedduu miidiyaalee hawaasaa adda addaa irratti maxxansa tureera.

Poolisiin akka jedhetti komii namoota dhuunfaa kaasan bira darbee gocha xuraa’aa ykn safuu gaarii faallessu raawwachuun yakka ta’uu seera yakkaa Itiyoophiyaa kaa’ee jira.

Poolisiin Finfinnee namni dhuunfaa kun hojii seeraan alaa raawwatee fi viidiyoo inni gadhiise kan gocha xuraa'aa adda addaa, keessattuu gocha safuu badaa kabaja dubartootaa miidhu daandii irratti raawwachuu isaa agarsiisuun to'annoo jala ooluu fi qoratamaa akka jiru beeksiseera.

Suuraaleen miidiyaa hawaasaa irratti maxxanfaman tokko tokko kan hin malle fi namoota dhuunfaa suuraa socho'aa seeraan alaa maxxansan irratti tarkaanfii seeraa fudhachuu akka itti fufu beeksiseera.

GERD Abay
12/04/2025

GERD Abay

Gech
07/04/2025

Gech

Ahead of her visit to Ethiopia,  shares insights on Ethiopia’s economic prospects, its strong reform agenda, and its par...
10/02/2025

Ahead of her visit to Ethiopia, shares insights on Ethiopia’s economic prospects, its strong reform agenda, and its partnership with the IMF. She highlights progress made & lasting benefits of sustained reforms for the Ethiopian people.

International tourist arrival
27/01/2025

International tourist arrival

05/12/2024

Tea ☕ coffee 🍵

Address

Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WABII Pod posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category