07/02/2026
Godina Baalee A/Barbareetti ijaarsi Bu'uura Boruu, Daree dabalataa fi haala mijaa'ina (full package)wal duraa duubaan baajata Aanaan, Dhaabbata Alamayyoo katamaanii fi sagantaa washiin gandoota adda addaa keessatti ijaaramaa jiru sadarkaa armaan gadii kanarra gaheera.