Tasisa Dhabasa N dhuga

Tasisa Dhabasa N dhuga Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Tasisa Dhabasa N dhuga, Épicerie, Ambo, Paris.

Yeroo dinqii ture🔥 Eebbi isin haa argatu🖐️“Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, wa...
19/06/2026

Yeroo dinqii ture🔥

Eebbi isin haa argatu🖐️
“Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti lakkaa'amuu, waanuma qulqulluu ta'e, waanuma jaallatamaa, waanuma gurratti tolu, waanuma gaarii ta'e, waanuma galata qabu yaadaa!”
— Filp. 4:8

From gallery 2005__2018 EC Thank you, my God  🙏 “Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti is...
19/06/2026

From gallery 2005__2018 EC

Thank you, my God 🙏 “Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha.”
— Rom. 8:28

Haadha ijoollee Koo
Haadha manaa Koo
Giiftii jaalala Kuma naaf jiraadhu.

Angafti akka hiriyaati jedhama👌                      💥Kaayyoo fi Abbaa kaayyoo 💪
18/06/2026

Angafti akka hiriyaati jedhama👌
💥
Kaayyoo fi Abbaa kaayyoo 💪

Kennaa dinqiidha isin anaaf 🙏😍
18/06/2026

Kennaa dinqiidha isin anaaf
🙏😍

Kan itti boqotaniis kan itti baqatanis yesuusi.“Kristos lubbuu isaa nuuf kennuu isaatiin jaalalli maal akka ta'e hubanne...
18/06/2026

Kan itti boqotaniis kan itti baqatanis yesuusi.

“Kristos lubbuu isaa nuuf kennuu isaatiin jaalalli maal akka ta'e hubanneerra; egaa nus immoo lubbuu keenya obbolootaaf kennuun nuuf ta'a.”
— 1Yoh. 3:16

16/06/2026

Kaayyoo jiraattuuf beekta taanaan miira Abdii dhabdummaa ofirraa fageesi.🏃

💥   &  Eebbaa itti Robsaa💤💤💤💤💤💤💤 Ijoollee ko
16/06/2026

💥 &
Eebbaa itti Robsaa
💤💤💤💤💤💤💤 Ijoollee ko

  💪 I believe in it ☝️ Lord is my strength✅
15/06/2026

💪
I believe in it ☝️
Lord is my strength✅

15/06/2026

FB Kee Guddisuuf💥
Nama "Jedhe Godhi Deebisi jedhiin

💤💥                   👌
15/06/2026

💤💥
👌

Adresse

Ambo
Paris

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Tasisa Dhabasa N dhuga publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter L'entreprise

Envoyer un message à Tasisa Dhabasa N dhuga:

Mis en avant

Partager