Ija Qarsaa

Ija Qarsaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ija Qarsaa, Grocers, London.

23/09/2026

Haqaa keenyaaf Mormaa keenyaa kennina!
uummanni orommoo haqaa eenyuu hin barbaaduu haqaa sabaa keenyaaf immoo waan qabnu hundaa kennina.


23/09/2026

Gantummaa shanee,diinota oromoo ajjeesan turan wajjiin walii galttee hojjechaa jirtti
Diinota keenyas duriis gantoota kanas balaalefachuun dirqama keenya

23/09/2026

Dhiigaa fi madda kaleessa saba keenya irratti dhangala'e dagatanii, warra dhiiga sana dhangalaase waliin hiriiruun gantummaa seenaati.


23/09/2026

የወያኔ የ27 ዓመታት ጨለማ ሥርዓት በኦሮሞ ሕዝብ ላይ የፈጸመው መዋቅራዊ በደል፣ የተዘረፈው ለም መሬት፣ እና በግፍ የጠፉት የዜጎች ሕይወት ከታሪክ ማህደር ፈጽሞ ሊሰረዙ አይችሉም። በወረቀት ላይ የሰፈረው የውሸት ዴሞክራሲ ማስተንፈሻ በስተጀርባ የነበረው ግድያና የሰብዓዊ ክብር ገፈፋ ዛሬም በውል ይታወሳል። የጀግኖች መስዋዕትነት ከንቱ አልቀረም፤ የነፃነት ፋናችንም ዛሬም እንደበራ ይኖራል! ✊🇪🇹

Saangoota TPLF Ittiin Qotu: Shanee fi FaanooHumnoonni akka Shanee fi Faanoo ergama mataa isaanii qabaatanii utuu hin taa...
23/09/2026

Saangoota TPLF Ittiin Qotu: Shanee fi Faanoo
Humnoonni akka Shanee fi Faanoo ergama mataa isaanii qabaatanii utuu hin taane, TPLF ajandaa diinota biyyattii (fakkeenyaaf Shaabiyaa fi Eejjipt) irraa fudhatee saangoota kana lamaanitti fayyadamaa jira. Lamaan isaaniiyyuu miidhaa geessisaa jiranis, duuba isaaniitti tarsiimoon Itoophiyaa diiguu kan TPLF fi diinota biroo akkaa jiruhubachuun barbaachisaadha.

🚨 Oduu Ammee‼️Haleellaa Diroonii Kibba TigraayKibba Tigraay, naannoo Alamaataa keessatti haleellaa diroonii raawwatameen...
23/09/2026

🚨 Oduu Ammee‼️

Haleellaa Diroonii Kibba Tigraay
Kibba Tigraay, naannoo Alamaataa keessatti haleellaa diroonii raawwatameen miidhaan guddaan ga’uu gabaafame.

Address

London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ija Qarsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category