Mamii show

Mamii show Hawan hawwaa

Tokkumman humna ๐Ÿ‘Œ
24/06/2025

Tokkumman humna ๐Ÿ‘Œ

17/10/2024

Dawaadha ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜‚

13/02/2024

#ู…ุซุจุช18๐Ÿ˜‚๐Ÿ”ž

Ilaaluu kee mirkaneeffadhu, like gochuu hin dagatin.

 'ibaa"Namicha Xiyyaara Qulqulleessu tokkotu osoo xiyyaara keessaa qulqulleessuu kitaaba mata dureen isaa (Akkamittiin X...
14/09/2023

'ibaa
"Namicha Xiyyaara Qulqulleessu tokkotu osoo xiyyaara keessaa qulqulleessuu kitaaba mata dureen isaa (Akkamittiin Xiyyaara balaliisuu dandeenyaa), "HOW TO FLY AN AEROPLANE FOR BEGINNERS (Volume 1).Kan jedhu argee dubbisuu eegale.
*Fuula (page) jalqabaa banee dubbisuu yeroo eegalu kan akkas jedhu arge! motora (engine) kaasuudhaaf xuqaa diimtuu kana xuqaa kan jedhu arge! Innis xuqee motora kaafate.

๐Ÿ‘‰Innis baayyee gammadee fuula itti haanutti ce'e.....

*Akka xiyyaarri kun deemu yoo barbaadde xuqaa keelloo kana gadi qabi kan jedhu argee innis xuqaa keelloo sana xuqe.. Xiyyaarris ispeedii baayyee cimaadhaan lafarra deemuu eegale.

*Namichis baayyee gammadee Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf gara fuula sadaffaatti darbe.
*Fuula sadaffaa irras Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf xuqaa magariisa kana gadi qabi kan jedhu arge. Innis achumaan xuqaa magariisa sana xuqe! Xiyyaarris akka ajaayibaatti samiirra balali'uu eegale๐Ÿ˜Namichis baayyee gammadee!

๐Ÿ‘‰Imala daqiiqaa 20 booda Xiyyaara kana lafa qubachiisuu barbaadee (page) fuula 4ffaa dubbisuuf yeroo kitaabicha banuu akkas kan jedhu argee ๐Ÿ‘‰ Xiyyara akkatti qubachiisan baruuf kitaaba volume lammaffaa mana kitaabaa sinitti dhiyoo jirurraa bitadhaa kan jedhutu jira๐Ÿคฃ
๐Ÿ‘‰Dhaamsa: Waan tokko odeeffannoo guutuu osoo Hin qabaatiin Hin eegalin"
๐Ÿ‘‰ Mamii show add follow godhaa, akkasumas hiriyoota keessaniif share godhaa. Addunyaa jaalala join godhaa

14/09/2023

Magal waloo ๐Ÿค๐Ÿฅฐ

14/09/2023

Reโ€™ee Arbaa ๐Ÿ˜‚๐Ÿค๐Ÿ‘Œ

07/09/2023

Redio harar ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿค

Address

Riyadh

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mamii show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mamii show:

Share

Category