W/ra B/Gonofaa Damee S/coqorsaa

เส้นทาง

W/ra B/Gonofaa Damee S/coqorsaa ข้อมูลติดต่อ แผนที่และเส้นทาง แบบฟอร์มติดต่อ เวลาทำการ บริการ คะแนนรีวิว รูปภาพ วิดีโอ และข่าวสารจาก W/ra B/Gonofaa Damee S/coqorsaa, ร้านขายของชำ, Jimma zone seka chokorsa woreda, Seka

Hojiin Qonna lafa B/gonofaa fi Qonni lafa manneen barnootaa nyaata barataatiif qotame   kan kununfamaa jiruu fi haala ga...
30/09/2025

Hojiin Qonna lafa B/gonofaa fi Qonni lafa manneen barnootaa nyaata barataatiif qotame kan kununfamaa jiruu fi haala gaariirra kan jiruudhu.

Sagantaa Sosochii Gaaddisa Buusaa Gonofaa qooda fudhattoota wajjin geggeeffamaa jira.Aanaa Saqqaa Coqorsaatti sosochii g...
31/08/2025

Sagantaa Sosochii Gaaddisa Buusaa Gonofaa qooda fudhattoota wajjin geggeeffamaa jira.

Aanaa Saqqaa Coqorsaatti sosochii gaaddisa buusaa gonofaa caaaoolee gandaa fi hoggansa aanaa hirmaachise gaggeeffamee jira.

Saganticha Bulchaan bulchiinsa Aanaa Saqqaa Coqorsaa Obbo Abdulkariim A/Raayyaa, I/G/Waajjira Paartii badhaadhinaa Obbo Gabramaariyaam Abdiisaa, ramadamtuu godinaa Adde Zaliikaa Bulii akkasumas I/G/Waajjira Buusaa Gonofaa aanichaa Obbo Xaahir A/Zinaab kan argaman yoo ta'u

Bulchaan bulchiinsa aanichaa Obbo Abdulkariim A/Raayyaa haasawa taasisaniin Buusaan Gonofaa Aadaa fi Duudhaa sirna gadaa keessatti dhalli namaa rakkoo irraa wal-baraaruuf kan gargaaruudha jechuun dabalataan bakka balaa fi miidhamni nam-tolchee fi uumamaa qaqqabetti ariitiin walqaqaabuuf duudhaa kanaan rakkoon baayeen furmaata argachaa waan jiraachuus ibsaniiru.

31/08/2025

ที่อยู่

Jimma Zone Seka Chokorsa Woreda
Seka

เว็บไซต์

แจ้งเตือน

เป็นคนแรกที่รู้ข่าว: เราจะส่งอีเมลแจ้งเมื่อ W/ra B/Gonofaa Damee S/coqorsaa โพสต์ข่าวสารและโปรโมชั่น อีเมลของคุณจะไม่ถูกนำไปใช้เพื่อวัตถุประสงค์อื่น และคุณสามารถยกเลิกการรับข่าวสารได้ทุกเมื่อ

ทางลัด

แชร์

หมวดหมู่